Skip to main content

CHALA MERGA AND SAMY "SIIN BAREEDE"

Comments

Popular posts from this blog

የሊሊ የድሮ መዝሙሮች ስብስብ (Lili Tilahun Amharic old songs)

Macaafa Qulqulluu Kaakuu Haaraa Seera Uumamaa 1

   Seera Uumamaa 1  1 Waaqayyo jalqabatti bantiiwwan waaqaa fi lafa uume; 2 lafti bifa hin qabu, onaas ture; callabboo gad fagoo irra dukkanatu ture, hafuurri Waaqayyoos bishaan irra in sosocho'a ture. 3 Waaqayyo, "Ifni haa ta'u!" jedhe; ifnis in ta'e. 4 Waaqayyo ifichi gaarii akka ta'e in arge; ifichas dukkanichattii gargar in baase. 5 Waaqayyo ificha "Guyyaa", dukkanichas "Halkan" jedhee in moggaase; galgallis ta'e, ganamnis ta'e; kun guyyaa tokkoffaa dha. 6 Waaqayyo, "Bishaan keessatti bantiin akka waciitii gombifame tokko haa ta'u, innis bishaan isa ol hafee fi isa gad hafe gargar haa baasu!" jedhe. 7 Waaqayyo bantii akka waciitii kana itti godhe, bishaan bantii kanaa gad jiru bishaan bantii kanaa ol jiruttii gargar in baase; akkasumas in ta'e. 8 Waaqayyo bantii sana "Waaqa" jedhee in moggaase; galgallis ta'e, ganamnis ta'e; kun guyyaa lammaffaa dha. 9 Waaqayyo, "Bishaanonni bantii...

Aster Abebe 2017 5 new protestant full album song Part1